Millions of dollars bank loan for cotton plantation disappear into thin air
ESAT News (April 25, 2016) The Ethiopian government had allocated millions of dollars for cotton plantation in the last few years but investors who took the loans had only used a fraction of the money...
View ArticleNaannoo Gaambeellaatti walitti bu’insi lammiilee cimaati jira.
Jiraattota Naannoo Gaambeellaatti fii baqattoota biyya suudaan kibbaa kan koola galtummaa argatanii naannoo Gambeellaa jiraatan jidduutti waldhabbii uumamteen namoonni 14 akka ajjeefaman jaarmayoonni...
View ArticleGalaanni Roobaa Magaalaa Dirrii Dhawaatti lubbuu namaa tii fii Qabenya...
Roobni guddaan Wiixata kaleessa magaalaa Dirree Dhawaatti roobeen kan ka’e galaanni lubbuu namoota afuri galaafate jira. Roobni sa’aa shan guutuu walitti dhaabee robe ganda magaalaa dirree dhawaa lama...
View ArticleObbo Baqqalaa Garbaa fi Hoogganoota KFO Ol’aanoo Biroo Sadii kan Achii-buutee...
Achi-buuteen hidhamtoota siyaasaa Obbo Baqqalaa Garbaa , Dajanee Xaafaa, Gurmeessaa Ayyaanoo fi Addisuu Bullallaa kan barbaachi isaanii rakkisaa tahee ture guyyaa arraa mana murtii Lidataa iiti...
View ArticlePrison officials coercing political prisoners to take pills they didn’t ask...
ESAT News (April 26, 2016) Four of the 22 political prisoners detained on trumped up terrorism charges told a court in Addis Ababa on Tuesday that they were asked by prison officials to take pills that...
View ArticleTension continues in Gambella, fate of abducted women and children not known
ESAT News (April 26, 2016) Tension continues in the Gambella region of Ethiopia following the killing of 21 Ethiopians last weekend by refugees from South Sudan as well as the killing of over 200...
View ArticleHaleellaa Gaambeellaatti raawwatame duuba harki hoggantoota Sudaan Kibbaa...
Torban darbe keessa uummatni Murlee hidhannoo cimaa qaban ajjeechaa gara jabinaan namoota nagaa irratti raawwatameen walii galtee dhabiinsi aangoo Salbaakirii fi Rikki Machaari gidduu jiru akka mul’isu...
View ArticleporeKoreshinii ittisa biyyaa fi sibiilaa Bishooftuutti konkolaataan qonnaa...
Naannoo Amaaraatti mootummaan biyya bulchu dargaggoota waldaan ijaaramuun hojii qonnaa irratti bobbaasuun konkolaataa qonnaa kennameef qulqullina dhabuu isaatiin hojii dhaabuu fi waldaan isaaniis...
View ArticleAlshebaab ajajaa waraanaa tokko dabalatee loltoota Itoophiyaa jaha ajjeesuu...
Naannoo daandii bulchiinsa kibbaa Somaaliyaa magaalaa Awadiinitti boombii hidhameen ajajaa waraana tokko dabalatee loltoota Itoophiyaa jaha ajjeesuu isaa dhaabbatni Alshabaab ibse. Jiraattotni...
View ArticleLammileen Itoophiyaa Taanzaaniyaadhaa gara Keeniyaa geeffaman deebi’anii gara...
Torbee darbe mootummaan Taanzaaniyaa daangaa Keeniyaa akka qubatan kan taassise baqattootni Itoophiyaa 70 ol deebi’anii gara Taanzaaniyaa akka dhaqan hoggantootni keeniyaa irra deebi’uun ibsan....
View ArticleA former administrator of Gambella sentenced to nine years in prison
ESAT News (April 27, 2016) Okello Aquay, the former administrator of the Gambella region who was abducted from South Sudan two years ago by operatives of the TPLF regime was sentenced on Wednesday to...
View ArticleA human rights council in Ethiopia says government responsible for the loss...
ESAT News (April 27, 2016) The Human Rights Council said on Wednesday that the Ethiopian government was responsible for the recent killing of over 200 people and the abduction of women and children in...
View ArticleNamoonni Hidhamanii Mana Murtii Duratti Hin Dhiyaatin Maakelaawii fi waajiira...
Mormii master pilaanii magaalaa Finfinnee tiin eegalamtee Oromiyaa keessaatti ji’oottan shan lakkaawwattee baatii jahaffaaf deemtuu waliin hidhata qabdan jechuun namoota hidhaman hedduuf abukaatoo...
View ArticleLammileen Itoophiyaa Taanzaaniyaa irraa gara Keeniyaa geeffaman gara...
Torbaan dabre baqaattoota 70 lammii Itoophiyaa kanneen mootummaan Taanzaaniyaa daangaa Keeniyaa gubbaa qubachiifte turte deebi’anii gara Taanzaaniyaa akka deebifaman hoggantoonni keeniyaa irra...
View Article